Saayintistoonni Ardii 8ffaa Argachuu Ibsan

Qorattooni sirna lafaa, ardii bade 'Zealandia' jedhamtu argachuu isaanii ibsaniiru.

Nov 11, 2025 - 23:34
 0  9
Saayintistoonni Ardii 8ffaa Argachuu Ibsan
Ardii 8ffaa

Ardiin kun kanaan dura qorataa biyya Neezarlaandiin jaarraa 17ffaa keessa  argamee kan ture  ta’uu kan eeran  saayintistoonni kunneen, bal’inni ardichaa maayil-iskuweerii miiliyoona 1.89 akka ta’e ibsaniiru. 

Ardichi bishaaniin kan guutame ta’uu saayintistoonni qorannoo taasisaniin ifa godhanii jiru. 

Ziilaandiyaan wayita ammaa Ardii 8ffaa akka taatu fi beekamtii argachuu ishees ibsaniiru jedha gabaasni Deyilii Meel.