Qaama Saalaa Dubartootaa Maaltu Hooksisa?
Haalawwaan qaamni saalaa dubartii akka hooksisuuf sababa ta'an beektuu? (Vaginal Itching
Wantoota / haalawwan qaama saalaa dubartootaa hooksisan keessaa:
- Saamunaa foolii badaa (gaarii hin taane) qabu.
- Keemikaala, dibataa fi Spry naannoo qaama saalatti dibachuu fi biifuu
- Uffata jalaa baay'ee nama qabu uffachuu
- Infikshinii fangasii garagaraatin dhufu. Knaaf immoo naannoo qaama saalatti wanti adii adiin ni mul'ata.
- Infekshinii ykn dhibee gogaa naannoo qaama saalaa
- Infekshinii baakteeriyaa (Fkn: bacterial vaginosis)
- Dhiphina hamaa (Hojiidhan jaatanaawuu/busy ta'uu)
- Dhibee saal-qunnamtiin daddarban
- Qulqullina naannoo qaama saalaasirriitti eeggachuu dhabuu fa'a.
Fayyaa ta'aa
Galatoomaa