Shamarran yuunivarsiitii Hiriyooota 5 Akka qaban meeqa keessantu beeka laata?

Feb 2, 2026 - 13:43
Feb 2, 2026 - 13:45
 0  7
Shamarran yuunivarsiitii Hiriyooota 5 Akka qaban meeqa keessantu beeka laata?
Barattuu Yuunivarsiitii

Isaan keessaa sadii hojii qabu, lama barataadha.

‎#1ffaan: barsiisaa high school ti. inni kun; galgalaa fi ganama bilbileefii itti haasa'a. waan nama Dinqu immoo innis chiikota biroo 3 qaba. 

‎#2ffaan: mucaa hojii qabu, kan kaardii guutuuf, kan waan bunaa jedhee ji'a ji'aan waa erguufidha. isatti ammoo isa malee kan biroo waan qabdu itti hin fakkaatu. 😚

‎▫️isa kana isheenis hanga tokko ni jaalatti.😃

‎#3ffaa: mucaa kilaasii iseeti. isa kanammoo ergaadhaf itti fayyadamti. Assaayimentii fi waantota tokko tokko akka hojjatuuf itti maxxanti. mucaa jsb san😂

‎#4ffaa: mooraa keessatti nama yeroo tokko tokko taphachiisu😠, kan maatiin isaa qabeenya qabu, kan nyaata bituuf, kan magaalaa fi iddoo bashannanaa adda addaa geessee daawwachiisu sana.😝 inni kun illee gatii dadhabbii isaa hin dhabu.😂

‎#5ffaa: mucaa isa gaafa eebbifamten fuudha jedhee eegu sana. Mataan dhaabadhu atimmoo🙃

Warra hin qabne hin dabalatu. Isin warri amala akkasii hin qabne kun dhugaa isin inuma jajjabeeffamtu. Isin eebbifamtootaam.🫡

‎#Kan_arginee_fi_dhageenyee_irraayii_ beekumsichi. Jedhan, jedhan, jedhanidha kaa gin.

‎ Galatoomaa kaammoo